Loading...

News

Welcome to our News page, Here you can get latest news about Adama city.

Latest Articles

2026-09-12
Abbaan Qabeenyaa Wandasan Yegoraw Waldaa Maanguddoota Sooramtoota Magaalaa Adaamaafi Naannawa Ishee 65'f Bara Haaraa 2019 Sababeeffachuun Maaddii Qoode.

Itti Gaafatamaa Waajjira Kantibaa Magaalaa Adaamaa Obbo Bariisoo Doorii haasawa taasisaniin Ummanni Itiyoophiyaa aadaa w...

2026-09-10
Kan Har'a Gargaaramu Boru Gargaaraa Ta'uu Qaba.(Obbo Bariisoo Doorii Itti Gaafatamaa Waajjira Kantibaa Magaalaa Adaamaa)

Dhaabbanni Tola Ooltummaa Wuddaasee Jedhamu Dubartootaafi Dargaggoota Daandirratti Jireenya Rakkisaa Keessa Jiraatan 250...

2026-09-10
Jala Bultiin bara haaraa 2019 walta'iinsa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa fi OBN tiin sirnoota gara garaatiin kabajameera.

Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Obbo Hayiluu Jaldee Adaamaan magaalaa waloomaa fi dijitaalaa ta'aa dhufteerti jec...

2026-09-09
Hoggantoonni fi hojjettoonni Wiirtuu Kenna tajaajila iddo tokko 'MESOB ADAMA' hundeeffama waggaa 1ffaa 'MESOB ADAMA' kabajan.

Hoji Gaggeessaan Wiirtuu Kenna Tajaajila Iddo tokko 'MESOB Adama' Obbo Makuuraa Dinquu kaayyoon sagantichaa tokkummaa fi...

2026-09-09
Bulchiinsa magaalaa Adaamaatti Seektaronni qindoominaa magaalichaa haala karoora sassaabbii galii bara 2019 milkeessuun danda'amurratti waliigaltee sanadaa mallatteessan.

Waliigalticha hoggantoonni seektaraalee magaalichaa fi hojii raawwachistoonni kutaawwan magaalaa mallatteessaniiru.&nbsp...

2026-09-09
Qajeelchii ol'aanaa poolisii Magaalaa Adaamaa bara barnootaa 2019 sababeeffachuun maatii miseensota caasaalee nageenyaaf deeggarsa meeshaalee barnootaa taasise

Caasaaleen nageenyaa lammiileen misoomarratti bobbii taasisuun akka hojjetanii jiruufi jireenyaa ofii jijjiran halkan gu...

2026-09-09
Magaalaa Adaamaatti qaammeen 5 guyyaan egeree qopheessummaa waajjira barnootaafi carraa hojii Uumuufi ogummaa Magaalaa Adaamaatiin marii Paanaaliin kabajame.

Guyyichi mata duree kalaqaa fi  teeknooloojii dagaagsuu jedhuun kabajame. Itti gaafatamaan waajjirra barnootaa maga...

2026-09-08
Bifaafi Eenyummaa Hedduu Qabaannus Sabaafi Sablammoonni Ijaarsa Biyyaatiif Tokkummaadhaan Dhaabbachuu Qabna.(Af-yaa'ii Mana Maree Magaalaa Adaamaa Aadde Immabeet Jibbaa)

Qaammee 4:Guyyaan Daneessummaa Magaalaa Adaamaatti Hojii Tajaajila Lammummaafi Agarsiisa Uffata Aadaa Sabaafi Sablammoot...

2026-09-08
Dhaabbanni Backnar Itiyoophiyaa Barattoota Harka Qalleeyyiif Deeggarsa Meeshaalee Barnootaa Qar Mil.1.6 Taasise.

Itti Gaafatamtuu Waajjira Dhimma Dubartootaafi Daa'immanii Magaalaa Adaamaa Aadde Lookoo Halakee haasawa taasisaniin Bac...

2026-09-07
Leenjii Haaromeen Mootoo Ce'umsaa Baadiyyati fi Leenjii sirna Misooma Ogummaa industirii Hogganamuu jedhuu kennamee jira.

‎Haaromeen tajaajilaa fi ammayyummaa gara qe'ee Qonnaan bultootaatti babal'isuudhaan hawaasni baadiyyaa jireenya fooyya’...

2026-09-07
Magaalaa Adaamaatti kutaan magaalaa Dambalaa haala misooma haaromee baadiyyaa cimsuun danda'amurratti hoggansa isaa sadarkaan jiraniif leenjii kennuu eegale.

Leenjicharratti hoggantoonni kutaa magaalichaa,aanaalee fi gaggeessitoonni zooniwwan irraa hirmaataniiru.Hojii raawwachi...

2026-09-07
Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa, Kutaa Magaalaa Daabeetti leenjiin hubannoo qe'ee qonnaan bultootaa haaromee irratti xiyyeeffate hoggansa Sadarkaan jiraniif kennamaa jira.

Leenjiin hubannoo qe'ee qonnaan bultootaa kun mata dureelee gara garaa irratti kennmaa kan jiru yoo ta'u guyyaa har'aa '...

2026-09-07
"Dhaloonnii Ammaa Cichoominaan Biyyaa Cimtuu Fi Badhaateef Hojjachuu Qaba" Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Adaamaa Obbo Ashanaaffii Ajjamaa.

Magaalaa Adaamaatti Qaammee 3 Guyyaan Cichoominaa Agarsiisa Adda Addaa Fi Marii Paanaaliitiin Kabajame. Guyyichi dhaadan...

2026-09-07
Magaalaa Adaamaatti Kutaan Magaalaa Abbaa Gadaa Leenjii Yaad-Rimee Haaromee Baadiyaa Fi Tarsiimoo Misooma Ogummaa Irratti Xiyyeeffate Hoggansa Sadarkaan Jiraniif Kenne.

Hojii raawwaachiisaa olaanaa kutaa magaalaa Abbaa Gadaa Injinaar Naannoo Masqalee yaada kennaniin akka jedhaniitti,yaada...

2026-09-06
Magaalaa Adaamaa, Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaatti, Bulchiinsi Aanaa Badhaatuu guyyaa Olkaa’insaa Qaammee 2 sirna adda addaatiin kabaje.

Sagantaan guyyaa Olkaa’insaa kunis milkaa’ina hojiiwwan misoomaa fi badhaadhina waloo keessatti argaman yaadachuun, inji...

2026-09-06
Pirojektoonni Gurguddoon Magaalaa Adaamaatti Hojjetaman Agarsiistuu Sirrii Olka'iinsaati.

Hoggansi Magaalaa Adaamaafi Abbootiin Gadaa,Haadholiin Siinqeefi Abbootiin Amantaa Qaammee 2 Guyyaa Olka'iinsaa Sababeef...

2026-09-06
Milkaa'inni Har'aa Bu'uura Olka'iinsa Boruuti.

Bu'aawwan Hojiilee Magaalaa Adaamaatti Milkaa'uun Olka'iinsa Biyyaa Utuban Irratti Mariin Paanaalii Waajjira Kantibaa Ma...

2026-09-06
Guyyaa Omishtummaa...!!

Guyyaa Omishtummaa sababeeffachuun mariin paanaalii Hoggansa Biiroolee Oromiyaa fi Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa hirmaachi...

2026-09-06
Dorgommiin Shaampiyoonaa Gareewwanii Kubbaa Saaphanaa Gannaa 3ffaan Magaalaa Adaamaatti Gaggeeffamaa Ture Xumurame.

Waajjira Dhimma Dargaggoofi Ispoortii Magaalaa Adaamaatti Dursaa Garee Barnoota Leenjii Waldorgommii Ispoortii Obbo Jaal...

2026-09-06
Guyyaa Omishtummaa...!!

Magaalaa Adaamaatti guyyaa Omishtummaa sababeeffachuun Agarsiisni, Baazaarii, fi Egzibiishiniin omishaalee qonnaa fi ind...

2026-09-06
Qaammee 1 : Guyyaa Oomishtummaa!!!

Mootummaan guyyoota Qaammee ergaawwan olka'iinsa biyyaa dhugoomsan itti moggaasuun ummata keessatti kaka'umsa uumuun bar...

2026-09-06
Magaalaa Adaamaatti Qaammee 1 Guyyaan Oomishtummaa Agarsiisaa Omishaalee Daldalaa fi Marii Paanaaliin Kabajame.

Magaalattiitti guyyaan Oomishtummaa Kabajame kun  agarsiisaa omishaalee adda addaa dhaabbatni misoomaa Magaala...

2026-09-06
Magaalaa Adaamaatti dhaabbatni Misooma Hawaasummaa Direct Aid wiirtuu Najjaash dubartootaa harka qalleeyyii ta'aniif deggersa Midhaanii Akaakuu garaagaraafi Meeshaalee Manaa Taasise.

Deggersi taasifame kunneen qarshiitti Tilmaamaan miliyoona afuritti (4)tti kan siqu yoo  ta'u dubartoota harka qall...

2026-09-06
Magaalaa Adaamaatti Hoggansi fi hojjettoonni Kutaa Magaalaa Daabee Qaammee 1 guyyaa oomishtummaa sababeeffachuun oomisha qonnaa zoonii Solloqqee Dongorree Furdaatti misoomaa jiru daawwatan.

Daawwannichaan Boqolloo fi Bolloqqee kilaastaraan zoonichatti misoomaa jiru ilaalaniiru. Hojii Raawwachisaa ol'aanaa Kut...

2026-09-05
Magaalaa Adaamaatti Leenjii fi Waldorgommiin Ispoortii Gannaa Gaggeeffamaa Ture Goolabame.

 Sagantaan leenjii fi waldorgommii gannaa kunq gosoota Ispoortii 16n  atileetota/Ispoorteessotoota/ kuma 15&nb...

2026-09-05
Nageenya waaraa mirkaneessuuf gaheen abbootii Amantaa olaanaadha jedhame.

Waajjirri Bulchiinsaaf Nageenyaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa gaggeessitoota manneen amantaa magaalicha keessatti argaman...

2026-09-05
Qindeessummaa Waajjira aadaa fi Turizimii Bulchiisa Magaalaa Adaamaatiin Taphani Goobee fi Shinooyyee karaa Aadaa fi Duudhaarratti Xiyyeeffaten gaggeeffamuu jalqabe.

Saganticharratti keessummooni fi Hooggantooni Magaalaa Adaamaa, qeerroo fi qarreen kutaalee Magaalaa Jahan,Abbootiin Gad...

2026-09-05
Waajjirri barnootaa magaalaa Adaamaa ogeeyyii fi hoggansa manneen barnootaaf leenjii dandeettii raawwachiisummaa kenne.

Leenjiichi manneen barnootaa galmee barattootaa guutummaatti Mosaajii Sirna bulchiinsa Odeeffannoo Barnootaa irra galchu...

2026-09-05
Waajjirri Mana qopheessaa magaalaa Adaamaa dhimmoota magaalomsuufi walitti hidhamiinsaarratti caasaa isaa sadarkaan jiruuf leenjii hubannoo cimsu kenne.

Manni qopheessaa magaalaa Adaamaa yaadama magaalomsuu fi walitti hidhamiinsaa hojii qabatamaatti hiikuuf caasaa isaa sad...

2026-09-04
Waajjirri Pilaanii fi Misooma Magaalaa Adaamaa ogeeyyii karooraa fi hoggansa sektaraalee sadarkaan jiraniif leenjii dandeettii raawwachiisummaa cimsuu kenne.

Leenjichi walta'iinsa Yunivarsitii naannoo Oromiyaatiin kan qophaa'e yoo ta'u mata duree hoggansa karoora bulchiinsaa fi...

2026-09-03
Adaamaan giddu gala Industirii koridorii bahaa ta'aa jirti...!!

Agarsiisnii fi Egzibiishiniin omisha industiriiwwan magaalaa Adaamaa ifatti banameera.Yaadama Adaamaa giddu gala Industi...

2026-09-03
Waajjirri Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Magaalaa Adaamaa

Waajjirri Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Magaalaa Adaamaa Qajeelfama Raawwii Hojii Labsii Lakk. 24/2015, Bi...

2026-09-03
Rifoormiin akka Biyyaatti Taasifamaa Ture Hudhaawwan Hiikuun Haala Mijataa Invastimantiif Uumera.

Fooramiin Abbootii Qabeenyaa Invastimantiifi Mootummaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Gaggeeffame. Kantibaa Magaalaa Adaama...

2026-09-03
Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti, Aanaan Caffee Raawwii hojii Misooma innisheetiivii Qonnaan bu'aan gaariin argamaa jiraachuu beeksise.

Aanaan Caffee Innisheetiivii Misooma Qonnaan bu'aa gaarii galmeessaa jiraachuu turtii Miidiyaa ABS waliin taasisaniin ka...

2026-09-02
Magaalaa Adaamaatti waldaan guddina waliinii qullubbii diimaa gatii madaalawaa ta'een daldaltootaa fi jiraattota magaalichaaf rabsaa jiraachuu beeksise.

Waldichi qonnaan bultoota miseensa 19 qabuun kan hundaa'e yoo ta'u turtii hojii waggaa tokkoo keessatti dhiyeessii gahaa...

2026-09-02
Waldaan Qaxxaamura Diimaa Godina Shawaa Bahaa Qindoomina Waajjira Kominikeeshinii Magaalaa Adaamaatiin Harka Qalleeyyii 120'f Deeggarsa Meeshaalee Barnootaa Taasise.

Deeggarsi kan kenname qe'ee qotee bultootaa aanaa solloqee Dongorre Furdaatti yoo ta'u,Hoggantoonni Magaalaafi Kutaa Mag...

2026-09-02
Aadaa Hojii Gabbisuun Fayyadamummaa Dargaggootaa Mirkaneessuuf Waajjirri Dargaggoofi Ispoortii Magaalaa Adaamaa

Dhaabbata SOS Qa'ee Daa'immanii Naannoo Finfinnee Qindeessaa Sagantaa STEP Adama Waliin Dargaggoota Magaalaa Adaamaatiif...

2026-09-01
Waajjirri Saayinsii fi Teeknolojii Magaalaa Adaamaa

Waajjirri Saayinsii fi Teeknolojii Magaalaa Adaamaa Dhaabbata Tikaa fi Odeeffannoo Biyyooleessaa waliin ta'uun ittisa sa...

2026-09-01
Magaalaa Adaamaatti Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Sosochii Marsaa 3ffaa gaggeessuun Ittisa faalama Naannoo irratti Qooda Fudhattootaaf hubannoo Kennee.

Itti gaafatamaan Abbaa Taaytaa Eeggumsa Naannoo Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Obbo Gammachuu Mokkonan haasawa taasisaniifi...

2026-09-01
Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti Kutaan Magaalaa Boolee Talaallii Gosa 'A' Dhibeewwaan Adda Addaa Ittisuu Danda'u Beeyladootaaf Kenne.

Talaalliin yeroo ammaa kennamaa jiru kun dhukkuba gogaa horii gaanfaa qabuu danda'an dursanii ittisuuf,akkasumas beeylad...

2026-08-31
Baankiin Abisiiniyaa Distiriiktii Adaamaa Qindeessummaa Waajjira Kominikeeshinii Magaalaa Adaamaatiin Barattoota Harka Qalleeyyiif Deeggarsa Meeshaalee Barnootaa Kenne.

Bulchaan Aanaa Dhakaa Adii Obbo Dabalee Hayiluu ergaa dabarsaniin Baankiin Abisiiniyaa tajaajila hawaasaa kennu cinaatti...

2026-08-30
Dhaabbanni "AHDI" Daa'imman Maatii Maleeyyiifi Qaama Miidhamtootarratti Hojjetu Magaalaa Adaamaatti Hojii Jalqabuuf Karoora Fedhii Dhiyeesse.

Hoji Gaggeessaan Dhaabbata AHDI Obbo Mohaammadyaassin Usmaan Dhaabbatichi  Biyya Ameerikaa Kaabaa Meensotaatti daa'...

2026-08-30
Magaalaa Adaamaatti Kutaan Magaalaa Dambalaa tajaajila lamummaa gannaan maatii harka qalleeyyiif deeggarsa eelee biddeenaa,meeshaalee barnootaa fi maaddii qooduu taasise.

Deeggarsichaan dabtara,qalama,irsaasii,boorsaa fi eeleen buddeenaa yoo kennamu sagantaan maaddii qooduus taasifameera. H...

2026-08-30
Yaa'iin Abbootii Alangaa Naannoo Oromiyaa 6ffaan Galma Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti Gaggeeffamee Jira.

Yaa'ichi Eebba Abbootii Gadaa fi Haadholii siinqeen kan eegale yoo ta'u itti fuufuun bareeffamni yaa'ichaaf qophaa'e dhi...

2026-08-29
Manni Qopheessaa Magaalaa Adaamaa

Manni Qopheessaa Magaalaa Adaamaa moossaajii siistama  bittaa, kaffaltii(payment) fi bajata mana qopheessaa dijitaa...

2026-08-29
Dorgommiin Biskileetii Magaalaa Adaamaatti Adeemsifamu Carraa hojii Magaalaa gama Turizimiitiin dabaluun dinagdee magaalaa kan guddisu ta'uu ibsame.

Magaalaa Adaamaatti dorgommiin biskileetti marsaa 3ffaan korniyaa lamaan hirmaachiise fageenya damelee gara garaan adees...

2026-08-29
Mirgoota Qaama Miidhamtootaa Karaa Guutuu Ta'een Mirkaneessuun Misooma Keessatti Hirmaannaa Taasisan Cimsuu Barbaachisa.

Waajjirri Dhimma Hojjetaafi Hawaasummaa Magaalaa Adaamaa Seerotaafi Labsiiwwan Mirgaafi Faayidaa Qaama Miidhamaa Ilaalch...

2026-08-29
Magaalaa Adaamaatti Kutaan Magaalaa Luugoo Tajaajila Lammummaa Gannaatiin Barattoota Maatii Harka Qalleeyyii Ta'aniif Deeggaarsa Meeshalee Barnootaa Taasise.

Tajaajila hojii lamummaa gannaatiin meeshaalee barnootaa walitti qabuun barataan sababa hanqina meeshaalee barnootaa irr...

2026-08-28
Komishiniin Turizimii Magaalaa Adaamaa Dhaabbilee Tajaajila Turizimii Kennaniifi Hojjettoota Galma Abbaa Gadaa Waliin Paarkii Abbaa Gadaatti Biqiltuu Dhaaban.

Itti Gaafatamtuu Komishinii Turizimii Magaalaa Adaamaa Aadde Sa'aadaa Kuluu yaada kennaniin Sagantaa guddaa ashaaraa mag...

2026-08-28
Waajjirri Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa ogeessota waajjira Pireezdantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa irraa affeeramaniin

,hojjetoota kenna tajaajila iddoo tokkoo 'MESOB' Adaamaa fi qooda fudhatoota biroof leenjii dandeettii raawwachisummaa c...

2026-08-27
Lafa qabiyyeen kennamee osoo hin misoomin hafan irratti tarkaanfiin kan fudhatamu ta'uun ibsame...

Waajjirri Lafaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa qabiyyee lafaa osoo hin misoomon yeroo dheeraa lakkoofsisan sirreessuu fi ka...

2026-08-27
Jilli waajjira Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa hojiilee innisheetivii fi industuriiwwan godoo magaalaa Adaamaatti hojjatamaan daawwate.

Daawwannaa kanaanis kilaastara gaarmantii, oomisha zayitaa, tolchaa daabbo, qurxummii, fi kanneen biroon daawwatamaniiru...

2026-08-27
Manni Murtii Olaanaa Magaalaa Adaamaa Karoora bara 2019 irratti mari'achuun Manneen Murtii sadarkaa Kutaalee Magaalaa jiran waliin wal harkaa fuudhinsa taasiseera.

Pirezidaantiin Mana Murtii Olaanaa Magaalaa Adaamaa Obbo Maammoo Tusii hojiilee waggoottan darban hojjetaman keessatti M...

2026-08-26
Dhaabbanni SOS Qa'ee Daa'immanii Naannoo Fiinfineetti Qindeessaan Sagantaa STEP Adaamaa Magaalaa Adaamaatti Wiirtuu Leenjii Aanaalee 8f Deeggarsa Kompiitaraafi Piriintara Taasise.

Dhaabbata SOS Qa'ee Daa'immaniitti Daarektara Naannoo Finfinnee Obbo Andualam Geetaachoo yaada kennaniin dhaabbatichi Wa...

2026-08-26
Dhaabbatni SOS Children’s Villages Ethiopia, Wiirtulee Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa aanaalee Magaalaa Adaamaa saddeetiif meeshaalee kompiitaraa fi pirinterii deeggarsa taasise.

Deeggarsi kun hojiiwwan waajjiraalee kanaa saffisaa fi bu’a qabeessa taasisuu, akkasumas tajaajila carraa hojii uumuu fi...

2026-08-25
Dhaabbanni Adaamaa Invastimanti Giruuppii Qindeessummaa Waajjira Kominikeeshinii Magaalaa Adaamaatiin Kutaa Magaalaa Booleetti Aanaa Andoodeetiif Meeshaalee Deeggarsa Barnootaa Arjoome.

Hoji Gaggeessaa Olaanaa Dhaabbata Adaamaa Invastimanti Giruuppii Obbo Bizunah Girmaa yaada kennaniin Dhaabbanni Misoomaa...

2026-08-24
#Tokkummaa Yaadaafi Gochaa Qabaachuun Mul'ata Milkeessuu Qabna.(Kantibaa Magaalaa Adaamaa Obbo Hayiluu Jaldee)

Hoggansi Magaalaa Adaamaafi Kutaalee Magaalaa Raawwii Hojii  Ji'a Gannaa Magaalaatti Raawwataman Gamaggame.Gamaggam...

2026-08-23
Magaalaa Adaamaatti kutaan magaalaa Abbaa Gadaa qaamolee raawwii hojii bara 2018 keessatti milkaa'ina olaanaa galmeessaniif beekamtii kenne.

Saganticha irratti hooggantoonni magaalaa, kutaa magaalaa fi Aanaalee, abbootiin gadaa fi haadholiin sinqee, akkasumas k...

2026-08-22
Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Daabeetti Bulchiinsi Aanaa Solloqqee Dongorree qe’ee qonnaan bultoota Dongorree Furdaatti mana barumsaa Bu’uura Boruu ijaarsisuu eegale.

Bulchaan Bulchiinsa Aanaa Solloqqee Dongorree Obbo Said Huseen, hawaasa jireenya ammayyaa jiraatu horachuuf akka aanicha...

2026-08-22
Manni Murtii Olaanaa Magaalaa Adaamaa Adaamaa badhaasa sadarkaa Naannootti argameef simannaa taasisuun qaamolee milkaa'ina kana keessatti gahee olaanaa taphataniif beekkamtii kenneera.

Af Yaa'iin Mana Maree Magaalaa Adaamaa Aadde Immabeet Jibbaa manni murtii tajaajila haqaa, qulqulluu, fi qaqqabamaa kenn...

2026-08-21
Kan Hojjenne Gaaridha Kan nu Hafu Baay'edha.(Itti Aanaa Kantibaa Magaalaa Adaamaa Dr.Maatiyoos Sabbooqaa)

Magaalaa Adaamaatti Kutaan Magaalaa Dambalaa Qaamolee Milkaa'ina Raawwii Hojii Misoomaa Bara 2018 Keessatti Hirmaannaa A...

2026-08-21
Waajjirri Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Dhaabbata Backnar Itiyoophiyaa Magaalaa Adaamaa Waliin Ta'uun Tajaajila Qorannoo Fayyaa Tajaajila Lammummaa Guyyaa 2f Adeemsisaa Ture Xumure.

Qorannoon Tajaajila Lammummaatiin adeemsifame Hojjettoota Mootummaatiif calallii Dhibee dhiibbaa dhiigaa, Dhibee sukkaar...

2026-08-21
Magaalaa Adaamaatti kutaan magaalaa Dambalaa qaamolee raawwii hojii bara 2018 keessatti milkaa'ina olaanaa galmeessaniif beekamtii kenne.

Saganticha irratti hoggansii magaalaati haga Aanaatti jiranii fi keessummoonni waamichi taasifameef argamaniiru. Beekamt...

2026-08-21
Magaalaa Adaamaatti Bulchiinsi Aanaa Dirree Nagayaa Sirna Beekamtii Manneen Hojii fi Qooda fudhattoota milkaa'inna Hojiif Gahee Bahataniif kennnuun Galateeffate.

Aanichaatti manneen hojii  mootummaa keessatti raawwiin hojii Mootummaa fi misooma sadarkaa itti raawwatame giddu g...

2026-08-20
Magaalaa Adaamaatti Dhaabbani misooma hawaasaa Dalaasaal Pirojektii barumsa lammummaarratti xiyyeeffate waggaa sadiif turu kallattii fi alkallatiin barsiisuuf sirna jalqabbii gaggeesse.

Keessummooni dhimmi ilaaluu kan hirmaatan yoo tahuu,bakka hojjetan hundaatti qerroofi qarreen akka keessatti hirmaatan k...

2026-08-20
Waajjirri Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Dhaabbata Backnar Itiyoophiyaa Magaalaa Adaamaa Waliin Ta'uun Tajaajila Qorannoo Fayyaa Tajaajila Lammummaa Adeemsise.

Kaayyoon Tajaajila Lammummaa Qorannoo Fayyaa Tolaa yeroo ammaa facaatiin  dhukkuboota daddarboo hin taanee daran da...

2026-08-20
Balaa tiraafikaa lubbuu fi qabeenyarra gahu hambisuuf gaheen konkolachistootaa olaanaadha.

Ejensiin Geejjibaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa leenjii hubannoo tiraafikaa fi naamusa ogummaarratti konkolaachistootaaf...

2026-08-20
Dargaggootni Magaalaa Adaamaa Xiinxala Raawwii Hojiilee Waggoota Shanan Darbanii fi Karoora Ofdanda'uu Bara 2019 Magaalattiirratti Mari'atan.

Marii Dargaggoota Kutaalee Magaalattiirraa walitti bahan hirmaachise kanarratti hojiilee fayyadamummaa hawaas-diinagdee...

2026-08-20
Bulchiinsi magaalaa Adaamaa haala karoora of danda'uu bara 2019 milkeessuun danda'amurratti hooggansa dubartootaa sadarkaan jiranii fi jiraattota magaalichaa waliin mari'ate.

Maricharratti raawwiin hojii waggoottan 5'n darban fayyadamiinsa dubartootaa mirkaneessuuf hojjetaman xinxalamuun karoor...

2026-08-20
Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa Raawwii Hojii Waggoottan Shanan Darbanii Xiinxaluun Raawwii Karoora Of-danda'uu Bara 2019 Irratti Hawaasa Barnootaa Waliin Marii Taasise.

Raawwii Karoora xiiqitiin Dhaabbilee barnootaa babal'isuun carraa hojii uumuun sadarkaa olaanaarra jiraachuufi Mana Baru...

2026-08-20
Haaroomee;Baadiyyaa Oromiyaa Gara Boqonnaa Haaraatti!

Galmoota misoomaa Mootummaadhaan kennaman irratti xiyyeeffannaa kennuun kalaqaafi ogummaa walitti hidhuun qonnaanbulaa o...

2026-08-19
Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa Komishinii Gumrukii Damee Gumruka Adaamaatiif Hojiilee Misooma Magaalaa Milkeessuuf Hirmaannaa Addadurummaa Taasisaniif Beekkamtii Kenne.

 Komishinii Gumrukii Damee Gumruka Adaamaa Hojiilee Idilee hojjetu Cinaatti tajaalila lammummaafi hojiilee misoomaa...

2026-08-19
Magaalaa Adaamaatti Eebbifamtoota dhaabbilee barnoota olaanoo, Yunivarsiitii fi Koolleejjota adda addaa irraa eebbifaman waliin mariin gaggeeffameera.

Marichaan gahee dhaloota barate, carraa hojii, kalaqaa fi hojii uumuu, hirmaannaa dargaggootaa misooma magaalaa keessatt...

2026-08-19
Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa kutaa Magaalaa Abbaa Gadaatti kutaaleen hawaasa gara garaa Aanaa Dagaagaa tajaajila lammummaa Ganaatiin arjooma dhiigaa gaggeessan.

Magaalaa Adaamaatti tajaajila lammummaa Gannaa hawaasa gara garaa hirmaachiise cimee akkuma itti fufeetti jira. Bu'uurum...

2026-08-19
Miseensotni Paarlaamaa Daa'immanii Naannoo Oromiyaa hojiilee misoomaa magaalaa Adaamaatti hojjetaman daawwate.

Daaw'annichaan Ismaart Gaalaarii,'Adama city arena fi Data Center ilaalaniiru. Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Daa'imm...

2026-08-18
Turiziimiin magaalichaa waggoottan shanan darbanitti guddina dachaa agarsiisaa dhufe.

Magaalaa Adaamaatti komishiiniin turiziimii magaalichaa hojiilee waggoottan shanan darbanii xiinxaluun sosochii hubannoo...

2026-08-18
Qabeenya dilbii magaalattiin qabduuf carraa jiru sirnaan fayyadamuun jijjiiramaa fi bu'aa caalmaaf waloon hojjechuun barbaachisaadha jedhan kantiibaan magaalaa Adaamaa obbo Hayiluu Jaldee

Bulchiinsi magaalaa Adaamaa raawwii hojii waggoottan shanan darbanii gamaggamuun karoora of danda'u bara 2019 irratti ho...

2026-08-18
Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti mariin Dafqaan Bultootaa hirmaachisee hojii waggaa shanan darban hojjetame fi karooraa of danda'uu bara 2019irratti gaggeeffame.

Hirmaattooni sagantichaa hojjettootaa warshaalee adda addaa,Hooggantootaa magaalaa fi kutaa magaalaarra argaman yoo tahu...

2026-08-18
Ogeeyyiin Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Karoora Of Danda’uu Bara 2019 Haala Milkeessuun Danda'amuurratti Marii Gaggeessaan.

Kaayyoon waltajjii marii kanaa,imala badhaadhinaa milkeessuuf waggoota shanan darban keessatti mootummaa jijjiiramaatiin...

2026-08-18
Bulchiinsi magaalaa Adaamaa haala karoora of danda'uu bara 2019 milkeessuun danda'amurratti dhaabbilee faayinaansii waliin mari'ate.

Maricharratti hooggantoonni , hojjettoonni fi oggeeyyiin baankiwwaan garagaraarraa hirmaataniiru. Itti aanaan kantibaa f...

2026-08-17
Magaalaa Adaamaatti Sagantaan Waarii Aartii Qophaa'e.

Saganticharratti argamuun yaada kan Kennan Itti Aanaa Komishinii Turizimii Oromiyaa Komishinar Naggaa Wadaajoo yaada ken...

2026-08-16
#Madaala Uumamaa Tiksina!

Addunyaan haphachuu,manca’iinsa biqilootaatiinifi baay’ina kaarboonii warshaalee keessaa ba’ee qilleensa keessatti gadi...

2026-08-15
Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Bokkuu Shananiitti Konfiransiin Tajaajilaa fi Tajaajilamaa Taa'ame.

Qaamoleen hawaasaa adda addaa hojjattootni mootummaa akkasumas hooggantootni aanota kutaa magaalattii irraa walitti&nbsp...

2026-08-16
Magaalaa Adaamaatti kutaan magaalaa Abbaa Gadaa raawwii hojii waggoottan 5'n darbanii xiinxaluun karoora of danda'uu bara 2019 irratti daldaltoota waliin mari'ate.

Kaayyoon sagantichaa waggoottan Shanan darban hojiilee waliigalaa hojjetaman kessatti cimina fi hanqina adda baasuun kar...

2026-08-15
Magaalaa Adaamaatti kutaan magaalaa Luugoo caasaalee mootummaa fi dhaabbilee dhuunfaa raawwii hojii bara 2018 keessatti milkaa'ina olaanaa galmeessaniif beekamtii kenne.

Hoji raawwachiisaan olaanaa kutaa magaalaa Luugoo Obbo Mulaatuu Kabbadaa bara 2018 gama misoomaa, siyaasaa fi hawaasumma...