Loading...

News

Welcome to our News page, Here you can get latest news about Adama city.

Article Details

2026-08-30
Yaa'iin Abbootii Alangaa Naannoo Oromiyaa 6ffaan Galma Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti Gaggeeffamee Jira.

Yaa'ichi Eebba Abbootii Gadaa fi Haadholii siinqeen kan eegale yoo ta'u itti fuufuun bareeffamni yaa'ichaaf qophaa'e dhiyaatee mariin gaggeeffamuun   tajaajila haqaa si'ataafi iftoomina qabu kennuun Olaantummaa Seeraa mirkaneessuu irratti hojiin xiyyeeffannaan hojjetamaa jiru caalmaatti lafaan gahuuf naamusa Olaantummaa Seeraa irratti waliin mari'achuun murteessuurratti hojii gaariin hojjetamuufi dijitaalaayizeeshinii Biiroo Abbaa Alangaa irratti marii gochuun kallattiin hojii fuulduraa kennamuufi dhuma irratti sirni beekamtii fi badhaasaa raawwatamuun   xumuramee Jira

News Image 1
News Image 2
News Image 3
News Image 4