Loading...

News

Welcome to our News page, Here you can get latest news about Adama city.

Article Details

2024-12-04
Tajaajila ammayyaa magaalaa ammayyaaf...!!

Galmoota "Smart Adama" keessaa tokko kenna tajaajilaa hawwataa, si'ataa fi faddaaltotarraa bilisa gochuudha. 

Kanaafis kenna tajaajila iddoo tokkoo hundeessuu fi hojiirra oolchuun guyyoota tajaajila mootummaa seektarri hundi iddoo tokkotti tajaajila kennuun bu'aawwan gurguddaan galmaa'aa jira. 

Kenni tajaajila iddoo tokkoo seektaroota magaalaa Adaamaa cimee itti fufeera.

News Image 1
News Image 2
News Image 3