Loading...
Ayyaanni Guyyaa Farra Malaammaltummaa addunyaa magaalaa Adaamaatti kabajame.
Ayyaanichi sadarkaa addunyaatti yeroo 21ffaaf akka biyyaatti yerooo 20ffaa fi akka naannootti ammoo yeroo 19ffaaf dhaadannoo ''Dhaloota Safuu fi Naamusa Gaarii Ijaaruun Badhaadhina Hunda Galeessaaf''
Jedhuun magaalaa Adaamaatti kabajameera.
Af Yaa'iin Mana Maree Magaalaa Adaamaa Aadde Immabeet Jibbaa dhaloota malaammaltummaa lagatuu fi naamusa hojiitiin adda duree ta'e horachuun jijjiirama hunda galeessa eegalle cimsinee itti fufsiisuu akka qbnu dhaamaniiru.