Loading...

News

Welcome to our News page, Here you can get latest news about Adama city.

Article Details

2026-09-06
Guyyaa Omishtummaa...!!

Guyyaa Omishtummaa sababeeffachuun mariin paanaalii Hoggansa Biiroolee Oromiyaa fi Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa hirmaachise gaggeeffameera.

Marii Paanaalii kana keessatti milkaa'inoota omishaaf omishtummaa qonnaa fi galteewwan industirii galmaa'anii fi kallattii raawwii karoora of danda'uurratti walii galameera

News Image 1
News Image 2
News Image 3
News Image 4