Loading...

News

Welcome to our News page, Here you can get latest news about Adama city.

Article Details

2026-09-10
Jala Bultiin bara haaraa 2019 walta'iinsa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa fi OBN tiin sirnoota gara garaatiin kabajameera.

Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Obbo Hayiluu Jaldee Adaamaan magaalaa waloomaa fi dijitaalaa ta'aa dhufteerti jechuun barri haaraan bara tokkummaa, obbolummaa, fi yaadama ida'amuutiin waggoottan darban caalaa itti milkoofnu akka ta'u dhaamaniiru. Dhumarrattis ummata magaalaa fi biyya keenyaa hundaaf ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

News Image 1
News Image 2
News Image 3
News Image 4