Loading...
...
Wajjjiri carraa hojii uumuu fi ogummaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Biiroo Carraa hojii uumuu fi ogummaa Oromiyaa waliin ta'uun leenjii Intarpiranarshiippii dargaggoota magaalichaaf kennaa jira.
2024-12-02
Kominikeeshinii Injifataa Yaadama tarkaanfataaf.
'Dhaloota Safuu fi Naamusa Gaarii qabu Badhaadhina Hunda Galeessaaf''
2024-12-03
Waadaa Gochatti Jijjiirame...!!
Magaalaa Adaamaatti Lafa heektaara kuma 30 irratti qamadii bonee jallisiin oomishuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu waajjirri qonnaa Magaalichaa beeksise.
2024-12-04
Tajaajila ammayyaa magaalaa ammayyaaf...!!
Biiroon carraa hojii uumuufi ogummaa Oromiyaa Biiroo daldalaa oromiyaafi inistituutii misooma interpiruunarshiippii Itoophiyaa waliin ta'uun leenjii interpiruunarshiippii daldaltoitaaf kennuu eegale.
2024-12-05
Nageenyi yeroo hunda injifataadha.
Jilli Hogganaa Biiroo Invastimantii fi Industirii Oromiyaa Obbo Ahimad Idiriisin durfamu bakka Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Obbo Hayiluu Jaldee argamanitti sochii invastimantii magaalaa Adaamaa daawwataniiru.
2024-12-06
Kenna tajaajila iddoo tokkoo suuraadhaan
Abbaan Qabeenyaa Wandasan Yegoraw Waldaa Maanguddoota Sooramtoota Magaalaa Adaamaafi Naannawa Ishee 65'f Bara Haaraa 2019 Sababeeffachuun Maaddii Qoode.
2026-09-12
Kan Har'a Gargaaramu Boru Gargaaraa Ta'uu Qaba.(Obbo Bariisoo Doorii Itti Gaafatamaa Waajjira Kantibaa Magaalaa Adaamaa)
2026-09-10
Jala Bultiin bara haaraa 2019 walta'iinsa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa fi OBN tiin sirnoota gara garaatiin kabajameera.
Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Booleetti Aanaan Gooroo Ayyaana Bara Haaraa 2019 Sababbeeffachuun Barattoota Maatii Harka Qalleeyyiif Meeshaalee Barnootaa Deeggarsaan Kenne. ABS-Qaammee 05 , 2018
Hoggantoonni fi hojjettoonni Wiirtuu Kenna tajaajila iddo tokko 'MESOB ADAMA' hundeeffama waggaa 1ffaa 'MESOB ADAMA' kabajan.
2026-09-09
Bulchiinsa magaalaa Adaamaatti Seektaronni qindoominaa magaalichaa haala karoora sassaabbii galii bara 2019 milkeessuun danda'amurratti waliigaltee sanadaa mallatteessan.
Qajeelchii ol'aanaa poolisii Magaalaa Adaamaa bara barnootaa 2019 sababeeffachuun maatii miseensota caasaalee nageenyaaf deeggarsa meeshaalee barnootaa taasise
Magaalaa Adaamaatti qaammeen 5 guyyaan egeree qopheessummaa waajjira barnootaafi carraa hojii Uumuufi ogummaa Magaalaa Adaamaatiin marii Paanaaliin kabajame.
Komishiniin Gumurukaa Damee Adaamaa, Mana Barumsaa Sadarkaa 1ffaa Kallachoo keessatti barattoota maatiin isaanii haala jireenyaa rakkisaa keessa jiranitti deeggarsa meeshaalee barnootaa taasise.
2026-09-08
Bifaafi Eenyummaa Hedduu Qabaannus Sabaafi Sablammoonni Ijaarsa Biyyaatiif Tokkummaadhaan Dhaabbachuu Qabna.(Af-yaa'ii Mana Maree Magaalaa Adaamaa Aadde Immabeet Jibbaa)
Dhaabbanni Backnar Itiyoophiyaa Barattoota Harka Qalleeyyiif Deeggarsa Meeshaalee Barnootaa Qar Mil.1.6 Taasise.
Leenjii Haaromeen Mootoo Ce'umsaa Baadiyyati fi Leenjii sirna Misooma Ogummaa industirii Hogganamuu jedhuu kennamee jira.
2026-09-07
Magaalaa Adaamaatti kutaan magaalaa Dambalaa haala misooma haaromee baadiyyaa cimsuun danda'amurratti hoggansa isaa sadarkaan jiraniif leenjii kennuu eegale.
Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa, Kutaa Magaalaa Daabeetti leenjiin hubannoo qe'ee qonnaan bultootaa haaromee irratti xiyyeeffate hoggansa Sadarkaan jiraniif kennamaa jira.
"Dhaloonnii Ammaa Cichoominaan Biyyaa Cimtuu Fi Badhaateef Hojjachuu Qaba" Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Adaamaa Obbo Ashanaaffii Ajjamaa.
Magaalaa Adaamaatti Kutaan Magaalaa Abbaa Gadaa Leenjii Yaad-Rimee Haaromee Baadiyaa Fi Tarsiimoo Misooma Ogummaa Irratti Xiyyeeffate Hoggansa Sadarkaan Jiraniif Kenne.
Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa, Kutaa Magaalaa Luugootti yaad-rimee haaromee fi tarsiimoo misooma ogummaa fi kalaqaa irratti leenjii hoggantoota sadarkaa kutaa magaalaa hanga zooniitti jiraniif kenne.
Magaalaa Adaamaa, Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaatti, Bulchiinsi Aanaa Badhaatuu guyyaa Olkaa’insaa Qaammee 2 sirna adda addaatiin kabaje.
2026-09-06
Pirojektoonni Gurguddoon Magaalaa Adaamaatti Hojjetaman Agarsiistuu Sirrii Olka'iinsaati.
Milkaa'inni Har'aa Bu'uura Olka'iinsa Boruuti.
Guyyaa Omishtummaa...!!
Dorgommiin Shaampiyoonaa Gareewwanii Kubbaa Saaphanaa Gannaa 3ffaan Magaalaa Adaamaatti Gaggeeffamaa Ture Xumurame.
Qaammee 1 : Guyyaa Oomishtummaa!!!
Magaalaa Adaamaatti Qaammee 1 Guyyaan Oomishtummaa Agarsiisaa Omishaalee Daldalaa fi Marii Paanaaliin Kabajame.
Magaalaa Adaamaatti dhaabbatni Misooma Hawaasummaa Direct Aid wiirtuu Najjaash dubartootaa harka qalleeyyii ta'aniif deggersa Midhaanii Akaakuu garaagaraafi Meeshaalee Manaa Taasise.
Magaalaa Adaamaatti Hoggansi fi hojjettoonni Kutaa Magaalaa Daabee Qaammee 1 guyyaa oomishtummaa sababeeffachuun oomisha qonnaa zoonii Solloqqee Dongorree Furdaatti misoomaa jiru daawwatan.
Magaalaa Adaamaatti Leenjii fi Waldorgommiin Ispoortii Gannaa Gaggeeffamaa Ture Goolabame.
2026-09-05
Nageenya waaraa mirkaneessuuf gaheen abbootii Amantaa olaanaadha jedhame.
Qindeessummaa Waajjira aadaa fi Turizimii Bulchiisa Magaalaa Adaamaatiin Taphani Goobee fi Shinooyyee karaa Aadaa fi Duudhaarratti Xiyyeeffaten gaggeeffamuu jalqabe.
Waajjirri barnootaa magaalaa Adaamaa ogeeyyii fi hoggansa manneen barnootaaf leenjii dandeettii raawwachiisummaa kenne.
Waajjirri Mana qopheessaa magaalaa Adaamaa dhimmoota magaalomsuufi walitti hidhamiinsaarratti caasaa isaa sadarkaan jiruuf leenjii hubannoo cimsu kenne.
Waajjirri Pilaanii fi Misooma Magaalaa Adaamaa ogeeyyii karooraa fi hoggansa sektaraalee sadarkaan jiraniif leenjii dandeettii raawwachiisummaa cimsuu kenne.
2026-09-04
Magaalaa Adaamaatti Waajjirri Aadaafi Turizimii Magaalichaa Gumii Abbootii Gadaafi Haadholii Siinqeetiif Leenjii hubannoo Sirna Gadaa cimsuufi Simannaa Ayyaana Bara Haaraa 2019 irratti Xiyyeeffatu Kennee.
Adaamaan giddu gala Industirii koridorii bahaa ta'aa jirti...!!
2026-09-03
Waajjirri Galmeessa Siivilii Magaalaa Adaamaa haala karoora of danda'uu bara 2019 milkeessuu fi afooshaa magaalichaa cimsuun danda'amurratti caasaa isaa sadarkaan jiruu fi qooda fudhattoota biroof leenjii kenne.
Waajjirri Misooma Albuudaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Hayyamaafi Seerota Albuudaa Adda Addaa Irratti Waldaalee Oomisha Albuudaarratti Bobba'aniifi Abbootii Kireecharaatiif Leenjii Hubannoo Cimsu Kenne.
Waajjirri Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Magaalaa Adaamaa
Rifoormiin akka Biyyaatti Taasifamaa Ture Hudhaawwan Hiikuun Haala Mijataa Invastimantiif Uumera.
Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti, Aanaan Caffee Raawwii hojii Misooma innisheetiivii Qonnaan bu'aan gaariin argamaa jiraachuu beeksise.
Magaalaa Adaamaatti waldaan guddina waliinii qullubbii diimaa gatii madaalawaa ta'een daldaltootaa fi jiraattota magaalichaaf rabsaa jiraachuu beeksise.
2026-09-02
Waldaan Qaxxaamura Diimaa Godina Shawaa Bahaa Qindoomina Waajjira Kominikeeshinii Magaalaa Adaamaatiin Harka Qalleeyyii 120'f Deeggarsa Meeshaalee Barnootaa Taasise.
Aadaa Hojii Gabbisuun Fayyadamummaa Dargaggootaa Mirkaneessuuf Waajjirri Dargaggoofi Ispoortii Magaalaa Adaamaa
Waajjirri Saayinsii fi Teeknolojii Magaalaa Adaamaa
2026-09-01
Magaalaa Adaamaatti Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Sosochii Marsaa 3ffaa gaggeessuun Ittisa faalama Naannoo irratti Qooda Fudhattootaaf hubannoo Kennee.
Komishiiniin Turiziimii magaalaa Adaamaa kenna tajaajila hoteelota magaalichaa sadarkaa olaanutti ceesisuuf beekkumsa, gahuumsa ogummaa fi naamusa irratti hojjattoota hoteelotaaf leenjii hubannoo uumuu kenne.
Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti Kutaan Magaalaa Boolee Talaallii Gosa 'A' Dhibeewwaan Adda Addaa Ittisuu Danda'u Beeyladootaaf Kenne.
Baankiin Abisiiniyaa Distiriiktii Adaamaa Qindeessummaa Waajjira Kominikeeshinii Magaalaa Adaamaatiin Barattoota Harka Qalleeyyiif Deeggarsa Meeshaalee Barnootaa Kenne.
2026-08-31
Dhaabbanni "AHDI" Daa'imman Maatii Maleeyyiifi Qaama Miidhamtootarratti Hojjetu Magaalaa Adaamaatti Hojii Jalqabuuf Karoora Fedhii Dhiyeesse.
2026-08-30
Magaalaa Adaamaatti Kutaan Magaalaa Dambalaa tajaajila lamummaa gannaan maatii harka qalleeyyiif deeggarsa eelee biddeenaa,meeshaalee barnootaa fi maaddii qooduu taasise.
Yaa'iin Abbootii Alangaa Naannoo Oromiyaa 6ffaan Galma Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti Gaggeeffamee Jira.
Manni Qopheessaa Magaalaa Adaamaa
2026-08-29
Dorgommiin Biskileetii Magaalaa Adaamaatti Adeemsifamu Carraa hojii Magaalaa gama Turizimiitiin dabaluun dinagdee magaalaa kan guddisu ta'uu ibsame.
Mirgoota Qaama Miidhamtootaa Karaa Guutuu Ta'een Mirkaneessuun Misooma Keessatti Hirmaannaa Taasisan Cimsuu Barbaachisa.
Magaalaa Adaamaatti Kutaan Magaalaa Luugoo Tajaajila Lammummaa Gannaatiin Barattoota Maatii Harka Qalleeyyii Ta'aniif Deeggaarsa Meeshalee Barnootaa Taasise.
Komishiniin Turizimii Magaalaa Adaamaa Dhaabbilee Tajaajila Turizimii Kennaniifi Hojjettoota Galma Abbaa Gadaa Waliin Paarkii Abbaa Gadaatti Biqiltuu Dhaaban.
2026-08-28
Waajjirri Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa ogeessota waajjira Pireezdantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa irraa affeeramaniin
Lafa qabiyyeen kennamee osoo hin misoomin hafan irratti tarkaanfiin kan fudhatamu ta'uun ibsame...
2026-08-27
Jilli waajjira Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa hojiilee innisheetivii fi industuriiwwan godoo magaalaa Adaamaatti hojjatamaan daawwate.
Manni Murtii Olaanaa Magaalaa Adaamaa Karoora bara 2019 irratti mari'achuun Manneen Murtii sadarkaa Kutaalee Magaalaa jiran waliin wal harkaa fuudhinsa taasiseera.
Dhaabbanni SOS Qa'ee Daa'immanii Naannoo Fiinfineetti Qindeessaan Sagantaa STEP Adaamaa Magaalaa Adaamaatti Wiirtuu Leenjii Aanaalee 8f Deeggarsa Kompiitaraafi Piriintara Taasise.
2026-08-26
Dhaabbatni SOS Children’s Villages Ethiopia, Wiirtulee Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa aanaalee Magaalaa Adaamaa saddeetiif meeshaalee kompiitaraa fi pirinterii deeggarsa taasise.
Dhaabbanni Adaamaa Invastimanti Giruuppii Qindeessummaa Waajjira Kominikeeshinii Magaalaa Adaamaatiin Kutaa Magaalaa Booleetti Aanaa Andoodeetiif Meeshaalee Deeggarsa Barnootaa Arjoome.
2026-08-25
#Tokkummaa Yaadaafi Gochaa Qabaachuun Mul'ata Milkeessuu Qabna.(Kantibaa Magaalaa Adaamaa Obbo Hayiluu Jaldee)
2026-08-24
Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti Kutaan Magaalaa Bokkuu Shananii Qe'ee Qonnaan Bultootaa Waaqee Mi'aatti Milkaahina Raawwii Hojii bara 2018tii akka kutaa magaalichaatti dhufe ilaalchisuun Sirna beekkamtii fi galataa gaggeesse.
2026-08-23
Magaalaa Adaamaatti kutaan magaalaa Abbaa Gadaa qaamolee raawwii hojii bara 2018 keessatti milkaa'ina olaanaa galmeessaniif beekamtii kenne.
Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Daabeetti Bulchiinsi Aanaa Solloqqee Dongorree qe’ee qonnaan bultoota Dongorree Furdaatti mana barumsaa Bu’uura Boruu ijaarsisuu eegale.
2026-08-22
Manni Murtii Olaanaa Magaalaa Adaamaa Adaamaa badhaasa sadarkaa Naannootti argameef simannaa taasisuun qaamolee milkaa'ina kana keessatti gahee olaanaa taphataniif beekkamtii kenneera.
Waajjirri Daldalaa Magaalaa Adaamaafi Manni Maree Daldalaafi Waldaalee Sektara Adaamaa Qooda Fudhattoota Gara Garaa Hirmaachisuun Kutaa Magaalaa Dambalaa Aanaa Malkaa Adaamaatti Dhaabbii Biqiltuu Taasisan.
Kan Hojjenne Gaaridha Kan nu Hafu Baay'edha.(Itti Aanaa Kantibaa Magaalaa Adaamaa Dr.Maatiyoos Sabbooqaa)
2026-08-21
Waajjirri Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Dhaabbata Backnar Itiyoophiyaa Magaalaa Adaamaa Waliin Ta'uun Tajaajila Qorannoo Fayyaa Tajaajila Lammummaa Guyyaa 2f Adeemsisaa Ture Xumure.
Magaalaa Adaamaatti kutaan magaalaa Dambalaa qaamolee raawwii hojii bara 2018 keessatti milkaa'ina olaanaa galmeessaniif beekamtii kenne.
Magaalaa Adaamaatti Bulchiinsi Aanaa Dirree Nagayaa Sirna Beekamtii Manneen Hojii fi Qooda fudhattoota milkaa'inna Hojiif Gahee Bahataniif kennnuun Galateeffate.
Magaalaa Adaamaa kutaa magaalaa Lugoo Aanaan Migiiraa Caasaalee mootummaa, dhaabbilee dhuunfaa fi qaamolee hawaasaa hojii bara 2018 keessatti tumsa olaanaa taasisan galateefachuun beekamtii kenne.
Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Tapha Kubbaa Miilaa guddattootaa Umrii 17 gadii Torbee Lamaaf turuu fi guyyaaa boruu eegalu irratti kilabootaa fi gareewwan dorgommiitti hirmaatan 13 waliin marii gaggeesse.
2026-08-20
Magaalaa Adaamaatti Dhaabbani misooma hawaasaa Dalaasaal Pirojektii barumsa lammummaarratti xiyyeeffate waggaa sadiif turu kallattii fi alkallatiin barsiisuuf sirna jalqabbii gaggeesse.
Waajjirri Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Dhaabbata Backnar Itiyoophiyaa Magaalaa Adaamaa Waliin Ta'uun Tajaajila Qorannoo Fayyaa Tajaajila Lammummaa Adeemsise.
Balaa tiraafikaa lubbuu fi qabeenyarra gahu hambisuuf gaheen konkolachistootaa olaanaadha.
Dargaggootni Magaalaa Adaamaa Xiinxala Raawwii Hojiilee Waggoota Shanan Darbanii fi Karoora Ofdanda'uu Bara 2019 Magaalattiirratti Mari'atan.
Bulchiinsi magaalaa Adaamaa haala karoora of danda'uu bara 2019 milkeessuun danda'amurratti hooggansa dubartootaa sadarkaan jiranii fi jiraattota magaalichaa waliin mari'ate.
Waajjirri carraa hojii uumuu fi ogummaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa raawwii hojii waggoottan shanan darbanii xiinxaluun,sosochi hubannoo karoora of danda'uu bara 2019 irratti intarpiraayizootaa fi dhaabbilee leenjii waliin mari'ate.
Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa Raawwii Hojii Waggoottan Shanan Darbanii Xiinxaluun Raawwii Karoora Of-danda'uu Bara 2019 Irratti Hawaasa Barnootaa Waliin Marii Taasise.
Waajjirri Aadaafi Turizimii Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Ogeeyyii Waajjiraa,Abbootii Gadaa,,Haadholii Siinqeefi Qaamolee Qoodafudhattoota Gara Garaa Waliin Mana Barumsa Ifa Boruutti Biqiltuu Dhaaban.
Haaroomee;Baadiyyaa Oromiyaa Gara Boqonnaa Haaraatti!
Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa Komishinii Gumrukii Damee Gumruka Adaamaatiif Hojiilee Misooma Magaalaa Milkeessuuf Hirmaannaa Addadurummaa Taasisaniif Beekkamtii Kenne.
2026-08-19
Magaalaa Adaamaatti Eebbifamtoota dhaabbilee barnoota olaanoo, Yunivarsiitii fi Koolleejjota adda addaa irraa eebbifaman waliin mariin gaggeeffameera.
Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa kutaa Magaalaa Abbaa Gadaatti kutaaleen hawaasa gara garaa Aanaa Dagaagaa tajaajila lammummaa Ganaatiin arjooma dhiigaa gaggeessan.
Miseensotni Paarlaamaa Daa'immanii Naannoo Oromiyaa hojiilee misoomaa magaalaa Adaamaatti hojjetaman daawwate.
Turiziimiin magaalichaa waggoottan shanan darbanitti guddina dachaa agarsiisaa dhufe.
2026-08-18
Ejensiin Geejjibaa Magaalaa Adaamaa raawwii hojii waggoottan shanan darbanii gama damee geejjibaatiin argame xiinxaluun, karoora of-danda’uu bara 2019 milkeessuuf waldaalee geejjibaaf sosochii hubannoo taasise .
Qabeenya dilbii magaalattiin qabduuf carraa jiru sirnaan fayyadamuun jijjiiramaa fi bu'aa caalmaaf waloon hojjechuun barbaachisaadha jedhan kantiibaan magaalaa Adaamaa obbo Hayiluu Jaldee
Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti mariin Dafqaan Bultootaa hirmaachisee hojii waggaa shanan darban hojjetame fi karooraa of danda'uu bara 2019irratti gaggeeffame.
Ogeeyyiin Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Karoora Of Danda’uu Bara 2019 Haala Milkeessuun Danda'amuurratti Marii Gaggeessaan.
Bulchiinsi magaalaa Adaamaa haala karoora of danda'uu bara 2019 milkeessuun danda'amurratti dhaabbilee faayinaansii waliin mari'ate.
Magaalaa Adaamaatti Sagantaan Waarii Aartii Qophaa'e.
2026-08-17
#Madaala Uumamaa Tiksina!
2026-08-16
Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Bokkuu Shananiitti Konfiransiin Tajaajilaa fi Tajaajilamaa Taa'ame.
2026-08-15
Magaalaa Adaamaatti kutaan magaalaa Abbaa Gadaa raawwii hojii waggoottan 5'n darbanii xiinxaluun karoora of danda'uu bara 2019 irratti daldaltoota waliin mari'ate.
Magaalaa Adaamaatti kutaan magaalaa Luugoo caasaalee mootummaa fi dhaabbilee dhuunfaa raawwii hojii bara 2018 keessatti milkaa'ina olaanaa galmeessaniif beekamtii kenne.
Magalaa Adaamaatti kutaan magaalaa Dambalaa raawwii hojii waggoota shanan darbanii xiinxaluun akkaataa raawwii karoora of-danda'uu bara hojii 2019 irratti hawaasa daldalaa kutaa magaalichaa waliin mari'ate