Loading...
Jala bultiin bitootessa 24 magaalaa Adaamaatti sirnoota gara garaatiin kabajameera.
I/G Paartii Badhaadhina Magaalaa Adaamaa Obbo Ashannaafii Ajjamaa bitootessi 24 bu'uura yaadama waloo fi galma badhaadhinaa bu'aasaa dhandhamaa jirruuti jechuun hiriirri guyyaa boruu tokkummaa fi xiiqiidhaan bu'aawwan injifannoo bitootessa 24 yaadachaa injifannoo itti aanuuf hidhannoo kan itti jabeeffannu waan ta'eef jiraattonni magaalaa keenyaa dambaliidhaan akka hirmaatan waamicha dabarsaniiru.