Loading...

News

Welcome to our News page, Here you can get latest news about Adama city.

Article Details

2024-07-28
Magaalaa Adaamaa Aanaa Dhaddacha Araaraatti dhaabbiin biqiltuu Ashaaraa magariisaa gaggeeffame.

Duulli kun kan gaggeeffame jiraattota zoonii Tokkummaatiini.

Biqiltuu dhaabuu fi kunuunsuun jijjiirama qilleensaa to'achuu keessatti gahee keenya bahachaa jirra jedhan jiraattonni Aanichaa tokko tokko raadiyoo ABStti himaniiru.

Magaalaa magariituu fi qulqulluu taate dhaloota dhufuuf ni dhaalchifnas jedhan.

Bulchaan Aanaa Dhaddacha araaraa Obbo Faanoo Gammadii akka aanichaatti biqiltoota kuma 300 fi kuma 60 ol dhaabuu karoorfatanii hojjechaa jiraachuu himan.

Karoora qabame  keessaas biqiltuun kuma 300 ol dhaabamuu ibsan.

Itti gaafatamtuun waajjira Paartii badhaadhinaa Aanaa Dhaddacha Araaraa Aadde Taaddelech Tuujubaa, hawaasni Aanichaa karoora qabame milkeessuu keessatti gahee  olaanaa bahataa tureera jedhan.

Biqiltuun dhaabame guddatee tajaajila barbaadamuuf akka oolu hawaasni aanichaa kunuunsuu qaba kan jedhan ammoo Itti gaafatamaa Abbaa taayitaa Konistraakshinii Aanaa Dhaddacha


News Image 1
News Image 2
News Image 3
Related