Loading...
Dhaloota fayyaa qabeessa fi omishaa fi omishitummaa guddissu danda'u uumuuf sossoochi qaamaa taasisun gahe guddaa qaba.
Bu'uruma kanaan Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti, sososchii qaamaa Hawaasa hunda hirmaachise Bakka Itti aanaa Kantiibaa fi Qindeessaan Kilaastara Tajaajila Magaalatti Obbo Nigaatuu Mootummaa argamanitti gaggeeffameera