Loading...

News

Welcome to our News page, Here you can get latest news about Adama city.

Article Details

2025-02-06
Bulchinsa Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaatti leenjiin Hubannaa Miidiyaafi Komunikeeshiinii hoggantoota ,ogeeyyootii miidiyaa fi raayyaa miidiyaatiif kennameera.

Olaantummaa Yaada Badhaadhinaa Mirkaneessuufi gaggeessuummaa bu'aa qabu horachuuf hubannaan Miidiyaa murteessaadha jedhan Obbo Sorechaa Asfaaw Itti Gaafatamaa Siyaasaa Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Adaamaa.

Hirmaattootni leenjii kanaa akka jedhanitti, muuxannoo argatan hojii isaanii keessatti bifa qindaa’aa fi bu’a qabeessa ta’een ittiin fayyadamuuf qophiidha. "Leenjii kana irraa akkaataa odeeffannoo qulqulluu fi amanamaa ummata biraan geenyu irratti hubannoo cimaa arganne," jechuun dubbatanii jiru.

News Image 1
News Image 2
News Image 3
News Image 4